Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa keessatti balaa nurra gahu mala jedhanii yaadda’aa jiraatu. Waggoota 23 Afrikaa Kibbaa keessa kan jiraate Sisaay namoota haala kanaan bir'ataa jiraatan keessaa ...
Atileet Taammiraat Tolaa Olompikii Paaris irratti maaraatooniin injifatee qalbii ummataa qabxii dhabuun cabee ture ol qabe. Warqiin waggoota 24 booda maqaa biyyaa ol kaafte qofa osoo hin taane ...